top of page
العربية عفان أورومو قاموس

العربية عفان أورومو قاموس

SKU: 467 pages

                 بري

العربية عفان أورومو قاموس

 

Hiikkaa Jechootaa

 

المؤلف

محمد أبا اولي

Arabiffaa-Afaan Oromoo

Qopheessaan:

Muhaammad Abbaa olii

Gulaalaan:

Muhaammad AlQaasim Al Suuriyyi

Maxxansa Jalqabaa/الطبعة الأولى:

   Gurraandhala: 12, 2017

Trabzon, Türkiye

Qabiyyee fi kaayyoo kitaabichaa

Kitaabni hiikkaa jechootaa kun jechootaa BARII Afaan Arabaa 65000 ol kan ta’an kan gara Afaan Oromootti hiikaman of keessatti qabatee jira. Kaayyoon kitaaba kanaas Afaan Oromoo afaanota gurguddoo adduunyaatiin dabalataan walitti makuu, namoottan Afaan Oromoo beekan akka Arabiffaa barataniif gargaarsa tahuu, barattootni Afaan oromoo beekanii Afaan Arabaa barachuu barbaadaniif kitaaba kana dhuheessuu; akkasumas namoottan hojiiwwan adda addaa  biyya Arabaa keessati bobba’aniif gargaarsa al’aanaa gochuu fi faayidaa irraa akka argataniif ummata keenya kakkaasuu irratti xiyyeeffata.

    $90.00Price
    Product Page: Stores_Product_Widget
    bottom of page